
VOICE FROM THE HORN Podcast
VOICE FROM THE HORN (VOFTHO Podcast) is an independent storytelling and media platform exploring identity, exile, politics, literature, culture, and the lived experiences of displaced communities from the Horn of Africa. Founded in 2020 by Chala Hailu Abate, it focuses on voices of first-generation refugees, Oromo youth in the diaspora, and communities navigating migration, memory, and belonging. Through conversations, documentaries, poetry, and personal narratives, VOFTHO creates space for stories often overlooked by mainstream media. The platform also produces documentary content examining historical and contemporary events in Ethiopia and the Horn of Africa.
Episodes
Marii Tiktok irratti taasifame
Send us Fan MailSupport the show
Diraamaa miseensota WBO durii Kutaa 2ffaa
Diraamaa Seenaa Qabeessa miseensonni WBO durii hojjatan kutaa 2ffaaSeenaa shalli Oromoo keessa bahe…Send us Fan MailSupport the show
Diraamaa miseensota WBO durii
Diraaman kuni calaqqee seena uummanni Oromoo keessa darbe haaritti agarsiisa.Send us Fan MailSupport the show
Waayee WBO mooratti galchuu irratti J/Daawud Ibsaa maal jedhan
Send us Fan MailSupport the show
Guyyaa Gootota Oromoo: Irbuu Shinniggaa
Marii Jaal Ayyaana, Dr Baaroo fi Caalaa Hayiluu taasisan caqasaaSend us Fan MailSupport the show
Sirboota aadaa fi Waaqeffannaa Nagii Tolaa fi Urgii Daadhii fi Hawwisoo Jiituu Adaamaa durii
Send us Fan MailSupport the show
Lafti keenya Lafee keenya
Marii Dr. Dagafaa Abdiisaa fi Jaal Ayyaanaa Goobanaa waliin dhimma maqaa misooman Oromoon buqqifamu irratti goone caqasaaSend us Fan MailSupport the show
Aabbuu Seeraa fi #MasterPlan 2ffaa
Send us Fan MailSupport the show
Development Without Justice Is Not Development
My thoughts on the displacement or eviction of Aabbuu Seeraa Oromo farmers in the name of a grand project called the Bishoftu International Airport building.Development Without Justice Is Not DevelopmentWhy Evicted Oromo Farmers from #Aabbuu-Seeraa Must Be Compensated Fairly and Included in the Futurehttps://www.facebook.com/share/v/1CwSgomTiU/?mibextid=wwXIfrLarge-scale development projects are o
The stark reality of the relationship between the Oromo people and Ethiopia is depicted in a single image.
The stark reality of the relationship between the Oromo people and Ethiopia is depicted in a single imageWhile you listen to the Ilfes music, watch closely the picture I used as profile of the music tooSend us Fan MailSupport the show
Bara 2025 keessa Dararaa uummanni keenya keessa darbe akka keessa deebitti marii J/ Ayyaanaa Goobanaa Abbaa Maccaa Abbaa Qalbii, Dr Baro Keno fi Caalaa Haahiluu Abaataa marii taasisne
Itti fufiinsa dararaa, hidhaa, ajjeechaa fi jeequmsa jireenya bara 2025 keessa Bilxiginnaan uummata keenya irratti raawwachaa turte keesaaa hamma tokkoJ/ Ayyaanaa Goobanaa Abbaa Maccaa Abbaa Qalbii, Dr Baro Keno fi Caalaa Haahiluu Abaataa tu marii taasise.https://www.youtube.com/live/siwEEJ5mrLo?si=3Nb50NgoU05CtHwqSend us Fan MailSupport the show
Burree
Send us Fan MailSupport the show
Dhufuu fi Gugeen Koo
Send us Fan MailSupport the show
Qubee Afaan Oromoo - Birhaanuu Hundee tiin
Guddinni Qubee Afaan Oromoo (QAO )maalirra jira? DHALOOTA FINCILAA Guddinni Qubee Afaan Oromoo (QAO)maalirra jira?Birhaanuu Hundee tiinWaggoota shantama dura, yeroo ”Afaan Oromoo raadiyoonii cabsa ”jedhamee dubbatamu sana, Afaan keenya haala sana keessaa bahee sadarkaa har’aa kanarra ni gaha jedhee eenyutu yaade? Afaan Oromoo barreeffamuun isaa hafee akka hin dubbatamneeyyuu dhiibbaan irragahamaa
SEENAA FDG, KALEESSA, HAR'AA FI BORU QABSOO BARATTOOTA OROMOO BAROOTA 2000 KAASEE HANGA BARA 2018 TAASIFAMAA TURE
SADAASA2025: SEENAA FDG, KALEESSA, HAR'AA FI BORU QABSOO BARATTOOTA OROMOO BAROOTA 2000 KAASEE HANGA BARA 2018 TAASIFAMAA TURE KEESSATTI INJIFANNOOLEE AKKAMII GALMEESSEE AKKAMIIN AMMOO GALMA GA'UUF WAREEGAMNI ITTI KAFFALAME HANQATE? MAAL IRRAA BARANNA EGEREEF? HARDHA WARRA QABSOO BARATTOOTA OROMOO JALQABAA KEESSA TURAN WALIIN MUUXANNOO FI HAALA AMMEE XINXAALLA. ISAANIS DR DASSAALANY N.GU
Seenaa Finfinnee fi abbeentummaa magaalaa Finfinnee Obbo Ida’oo Boruu maal jedhan
Seenaa Finfinnee irratti Obbo Ida’oo Boruu Odaa oso hin du’in dhalootaf waan dhaame qaba ture. CaqasaaSend us Fan MailSupport the show
Yaadannoo FDG ilaalchisee Sagantaa addaa
Yaadannoo Waggaa 20ffaa FDG kana karaa Zoom miseensota ABO biyya keessaa fi addunyaa guutuuu irra jiran gamtaan kan ayyaaneffatan yommuu ta’u, sagantaaleen skal barnootaa fi ibsi baayyeen kennamee ture. Sagaleen armaan gaditti caqasuuf deemtan kanneen guyyaa kana barnootaa fi Ibsa garagaraa laatanii dha.Sagaleen caqasuuf deemtan kunis:J/ Gaashuu Lammeessaa, Amaan Filee Lammii Beenyaa, Daawit Abdat
Alii Shabboo- Jaalallee too
Send us Fan MailSupport the show
Dhugaa Oromoo fi Fakkeessii Bilxiginnaa PP
Send us Fan MailSupport the show
Irreechaa celebrations in Sweden in 2025 with Oromo music and vibes.
Send us Fan MailSupport the show
The Dhuggeeffannoo Oromoo book highlights the philosophy and worldview deeply rooted in the Oromo nation, along with cultural expressions such as Irreecha and the spring festivities. Mr. Ayyaanaa discusses this with the author, Caalaa Hayiluu.
Kitaaba Dhugeeffannoo Oromoo: AYYAANOTA Tibba Birraa ayyeeneffataman Fulbaana 2025 Caalaa Hayiluun barreeffamee maxxanfame irratti barreessaa Caalaa Hayiluu fi Obbo Ayyaana Goobanaa godhan caqasaa This book is a cultural-historical work that explores Oromo culture, with a particular focus on Irreecha and other traditional festivals celebrated during Birra, the spring season of Oromia. It is based
Marii Hayyoota Oromoo prof. Asafaa Jaalataa fi Prof. Moosisaa Aagaa waliin Dr. Baaroo Qannoo taasise
Marii kana keessatti wal dhibdee Oromoo fi Xoophiyaa,Amalootaa sirba Habashaa fi Oromoo akkasumas haala amma keessa jirruun egeree Oromoo akkamiin Akka sirreessuu n danda’amu irratti hayyoonni kuni marii godhan. HordofaaSend us Fan MailSupport the show
Walaloo Caalaa Hayiluu : Gaafasii fi Gaafana
Send us Fan MailSupport the show
Eebba Ajaayibaa- Leel jedhaa
Send us Fan MailSupport the show
Qabsoo Bilisummaa Oromootti Maaltu gufuu ta’aa Ture/ ammas itti jira? Marii Dr. Dassuu Nagarii Guyyoo waliin goone caqasaa
Seensaf: kitaaba Sacred Knowledge Traditions of the Oromo of the Horn of Africa:Dr. Gammachuu Magarsaa kufaatii Mootii H/ Sillaasee booda Sayyootti akka hojjataa di daarikteera dhimma lafaa ( LAND TO TILLER) raawwachiisstti ramadamee yeroo deeme waliin dubbii akaaka isaanii Ruda Kuraa, Akaakayyuu Gammachuu Magarsaa waliin taasisan ilalla.Dr. GM : Laal dhaloota keenya , Laal waan nwaan nuti hoj
Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO
CBB:Adoolessa 17/2025: Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO jedhu irratti maatii CBB kan ta'an Dr.Dagafaa Abdiisaa,J/Ayyaanaa Goobanaa fi Dr.Baaroo Qannoo waliin marii goone caqasaa.Send us Fan MailSupport the show
Waayee Hacaaluu Hundeessaa Oromoonni maal dubbatan?
Waggaa 1ffaa wareegamuu Artist Hacaaluu Hundeessaa ilaalchisee bara 2021( waggaa 4 dura) miidiyaan Dhaddacha Oromoo akkasiin qopheessee ture. CaqasaaSend us Fan MailSupport the show
GANTUMMAA Vs GADAA OROMOO
Send us Fan MailSupport the show
Sirba weellisaa Abdallaa Huseen
Send us Fan MailSupport the show
Turti Ani bara 2015 Raadiyoo Finfinnee waliin taasise
Walk-in Dubbii Ani fi Darajjeen goone kana keessattiImala joollummaa koo Salaalee gara BooranaaBooranaa gara Adaamaa Barnoota sadarkaa 1ffaa - sadarkaa 2ffaaSeenaa mana hidhaa fi Achumaan baqattummaa kaasnee dubbanne. CaqasaaSend us Fan MailSupport the show
Sirna Eebba Kitaaba Caalaa Hayiluu
Kitaabni mata duree Dhaloota Fincilaa jedhamu kan barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu Abaatatiin barreeffame Sadaasa 24-2018, biyya Sweden magaalaa Stockholmitti eebbifameera.https://www.facebook.com/photo.php?fbid=2331693786904447&set=pcb.2331694043571088&type=3&__tn__=HH-R&eid=ARCZ3mkYIc_WGA5zIF_Qr3-6m6PpUmMdqksIb_BF3knLtOGngdE6sFkc7gGfRGpSJU_IT4_N3OrH6kdUKitaabni kuni takkaahuu w
Guyyaa Afaan Dhalootaa ykn afaan jalqabaa Maalif yaadannaa?
Send us Fan MailSupport the show
Sirba Durii : Ilfinesh Qannoo
Send us Fan MailSupport the show
Sirba durii: Weellisaa Jireenyaa Ayyaanaa
Send us Fan MailSupport the show
Walaloo: Irbuu Shinniggaa
Send us Fan MailSupport the show
Ji’oomeetirii Oromummaa fi haala Oromoo yeroo ammaa irratti Dr. Moosisaa Aagaa Hayyuu Herreegaa waliin tutti goone.
Ji'oometirii Oromummaa CBB: 04-04-2025- Dr Mosisa Aagaa, hayyuu Herreegaa fi qabsaawaa Oromoo waliin CBB irratti marii goona.nuwaliin turaahttps://www.youtube.com/live/tIQU4jGL08Y?si=S_rFGJVDRjXKSpiz"Ji’oomeetrii Oromummaa" ~~~~~Waraqaa mata-dureen "Ji'oomeetrii Oromummaa" jettu kana nama hedduu tu na gaafata. Eeyyee, Waxabajjii, bara 1994 ture kanan barreesse.
Magaalan Ottaawaa, Ayyaana Irreechaa ayyaana waggaa magaalattii gochuun beekkamtii kennite. Dhimma kana irratti obbo Habtaamuu Niinni Abbinoo waliin turtii goone caqasaa
Egereen Oromoo oluma!Waan ofii jaalachuun dubbii irra darbee gaafa gochaan lafa qabate nama gammachiisa.Gowwaan keenya waggaa eeggateet aadaa fi duudhaa Oromoo, eenyumnaa fi dudduubbee isaa ganamaa abaaraa oola. Abaaruu qofa osoo hin taane akka baduuf baajata itti baasee dhabamsiisuug hojjata.Qaroo, beekaa fi inni of tahe, kan eenyummaa, duudhaa fi aadaa isaa jaalatu garuu akkasitti akka iftee mul
Egeree Oromiyaa Gaaffii fi deebii Dr. Shuggux Galataa Gorsaa H/D/ ABO waliin goone.
De. Shuggux Galataa miseensa Gumii Sabaa ABO fi Miseensa Shanee Gumii ABO kan ta’aniifi baroota dheeraf gaafatamaa damee Dippiloomaasii ABO turan. Isaan waliin hardha waayee Kora waliinii ABO fi KFO akkasumas siyaasaa Tibbanaa, kan Oromoo fi hiriira siyaasaa gaanfa Afrikaa irratti dubbanne.Send us Fan MailSupport the show
Kutaa 6ffaa: Dr. Dagafaa Abdiisaa waliin itti fufiinsa seenaa dhalootaa, bu'aa ba'ii jireenyaa matayyaa fi gumaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo akkasumas muuxannoo jireenyaa keessan darban
CBB:Gurraandhala 24/2025: keessummaa addaa bara 2025 fi itti fufiinsa seenaa dhalootaa , ba'ii jireenyaa matayyaa fi gumaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo akkasumas muuxannoo jireenyaa keessan darban Dr. Dagafaa Abdiisaa irraa qooddanna! Kutaa 6ffaa daawwadhaaSend us Fan MailSupport the show
Dhalattoonni Karrayyuu maal jedhan? Ituu fi Karrayyuu rakkoo hamtuu keessa jira.
''Karrayyuun Birmannaa obbolaa isaa Oromootaa Barbaada. Uummanni keenya kan Karrayyuu yeroo ammaa rakkoo garaagaraa keessatti dararamaa jira.Rakkoo nageenyaa, rakkoo Daangaa , rakkoo hongeefi kirkirri lafaa itti walfuree gammoojii san keessatti hadhaa addaa dhamdhamaa jira. Bara duri haga tokko dhaabbata #seft_net jedhamu irraa gargaarsa namoomaa argataa turullee sunis yeroo ammaa irraa
oromo/oromian instrumental
Send us Fan MailSupport the show
TIKTOKEROONNI MAAL JEDHAN?
Send us Fan MailSupport the show
Untitled Episode
Send us Fan MailSupport the show
Untitled Episode
Send us Fan MailSupport the show
ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa?
“ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa? Abiy Ahmed Maalif akkas jedhe? Dhuguma ABOn Oromoof waa hin goonee?Kanaa fi kan kana fakkaatan irratti keessummoota Egeree Oromiyaatu dubbata. Caqasaa. ABOn Oromoof homaa hin hojjannee?Amma dhaloota ( siditu iddoo kana jirra) Dhaloota gaafa ABOn bu’uramu turan, dhaloota jidduu fi dhalota si’anaa ( Dhaloot
Oromo Intellectual Society (OIS) conference, Part #1
Gurmuun Hayyoota Oromoo (GHO/OIS), Mata-duree “Burjaajii fi Daddaaqamuu Hawwaasa Oromoo: Sirna Badii Impaayeraa if Gahee Qaroo (Elite) Oromoo” jedhu jalatti Seminaara marii qopheessee jira. Sirni koloneeffataa, uummata gabroomfatee hacuuccaa isaa jalatti tiksuuf, tooftaa fi tarsiimoo dhaabbatoo garagaraatti dhimma baha: 1) Shororkessuu, saamuu fi hiyyoomsuu; 2) qoqqoodee bulchuu; 3) afaan, aadaa,
Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa Oromoo
CBB: Fullbaana 21/2024-Mata duree Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo jedhu irratti waliin dubbii Dr.Caalaa Olaanaa waliin goone hordofaaHiriira Siyaasa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo Yaada asii gadii haala jiru hunduu quba ni qaba garuu eessa jirra jennee of gaafachuun hin baduu. Somaaleen, kana dura Eritriyaa duukaa lola Abiyyi ahmediif maabara seentee waraana ergaa turte har’a ammo salphoo soqo
Poem: My poor mother
My Poor MotherMy poor mother, the one and only I love,These days you are constantly in my thoughts,I can’t sleep or find rest,Preoccupied with worry about the impending fate,Thinking of what the pandemic might unleash upon you,Asking myself so many questions, wondering how you will fare,Filling in the blanks with observations and facts.I fear for you, should the pandemic conquer your heart.You may
Walaloo
Send us Fan MailSupport the show
Itti baha Kora Miseensota ABO godina Awurooppaa ilaalchisee marii SBO waliin barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu tassade.
Send us Fan MailSupport the show
Tiktookeroonni Haala jedhuu irratti maal jedhan?
Send us Fan MailSupport the show
Dabaa fi Dhiibbaa dhaabbataa Hordftoota Amantii Waaqeffannaa irraan gahaa jiru
Dabaa fi Dhiibbaa dhaabbataa Hordftoota Amantii Waaqeffannaa irraan gahaa jiru ilaalchisee Keessummoota lama biyya Kaanadaa irraa abbaa Hayyuu fi abbaa Odaa waliin marii goone caqasaaSend us Fan MailSupport the show
Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema j
Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema jairy ilaalchisee marii J/Ayyaanaa fi barreessa Caalaa Hayiluu gaggeessan caqasaa https://www.youtube.com/live/tW9LjoyIPBw?si=XXMPk7M9MVFUC91LSend us Fan MailSupport the show
#Ep #4, Conversation with Dr Degefa Abdiisaa, former director ctor of Black Lion Hospital and freedom fighter as well human rights defendant
#Ep. #4: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!Send us Fan MailSupport the show
OROMOON MIIDIYAA QABAA?
Caamsaa 29/2024- MDHO- Qabsoo bilisummaa Oromoo fi barbaachisummaaa Miidiyaa, Marii maati Miidiyaa Dhaddacha Oromoo- MDhO waliin goone caqasaaSend us Fan MailSupport the show
Qabsoon Bilisummaa Oromoo dhuguma Xummuramee?
Send us Fan MailSupport the show
Raayyaa Abbaa Maccaa wallee bara durii
Send us Fan MailSupport the show
Gatiin Gootaa meeqaa?
Send us Fan MailSupport the show
#Ep. 3 Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
Egeree OROMIYAA Dr. Dagafaa waliinKaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati.Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha.Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan harkasa
Poem: Here Qaama Koo
Waggaa 11 dura gaafan Walaloo tana sararu akka keesaa baanu abdiin qaba ture. Haa tahu malee anii fi qaamni koo kuni saranas asumaa wal qoccollaa,Fayyinee wal hin fayyisne,Akka waan jilaatti asumaa lafa dhiinnaCiree gatuuf naafummaan sodaadhee, baadhee deemuufis dalaga wal dhoorre….Hee Qaama koo….#Qaama Koo!Ani kanan jedhu, want’n si gaafadhusilaa qaama kootiwaa muree sin gatuuharki gaafa fayye,mi
Jiraattonni aanaa Baddallee Maal jedhan?
Bara 2001, sababa hongee,beelaa nam-tolchee fi gogiinsa godinoota #Harargee lamaan ( Bahaa fi lixa) keessatti uumameen mootummaan naannoo Oromiyaa “…iddoo mijataa sin qubsiifna…”jechuun gara godinoota Wallaggaa fi Ilu Abbaa Booraa kan qubsiifamanii turan.Uummanni keenya suni keessatti kanneen aanaa #BunnooBaddallee qubsiifaman dhuguma haala mijataa argatanii jireenyi isaanii wayyaahee jiraachaa t
Poem Daawitii Seenaa2
DAAWITII SEENAA LAK. 2Ni yaadattuu bara sana,bara guyyaan dukkanaa’ee,bara birmadummmaan nu cabuuf jala bultii ta'e,Bara koodeen koodee ganee, walirratti bobba'e,Gadaan laaffataa dhuufee, namuu gonfoo hawweehaadhoon haadhoo hiddee, akka summii jawwee.Fincaan 3n Tuullamaa,tokko diina kokkee qabaa,inni kaan taa'ee taajjabaa,Waliif dirmachuu dagatee, alagaaf dhaabbateeGalaan diinan l
#Ep. #2: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati.Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha.Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan harkasaa jiru ogummaa fi qaruuxummaan hoj
Jaarmiyaa tokko maaltu jabaa taasisa?
#Jaarmiyaa Tokko Maaltu #Jabaa Taasisa? -1 -Dhaabni ykn jaarmiyaan tokko haalli inni ittiin jabaatuufi guddataa deemu karaaleefi roga hundaan waan jaarmiyaan tokko guuttachuudha qabu yoo guuttateedha. Waan hunda caalaa dhaaba tokko kan jabinasaa ibsuufi daran bu'a qabeessa isa taasisu :1). Akeekaafi kaayyoo inni ittiin dhaabbateefi muldhata inni ittiin saba bilisummaa argachuu
Poem: Bara Sana
Send us Fan MailSupport the show
CONFERENCE: DHUMAATII SAGALEE IYYANNAA DHABE
https://www.youtube.com/live/DG42yGOMYg4?si=Tc9v3280Aocpq2O1Barbaachisummaa miidiyaa fi hanqinoota yeroo ammaa gama miidiyaan qabnu irratti Dr.Dagafaa, Bilisummaa fi Caalaan marii kallattii gaggeessanSend us Fan MailSupport the show
#Ep. #1: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
Egeree OROMIYAA turtii Dr. Dagafaa waliin goonee caqasaa. Karaa Youtube armaan gadiis daawwachuu dandeessu.https://www.youtube.com/live/jfg3quojm6g?si=lhc1Sk-34CLbb4EChttps://www.youtube.com/live/y0RzLLiW2No?si=NYWigbDLlGOPV5SAKaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati.Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenya
𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒 T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa
𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒 T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti waa isiniif dhiyeessaa, mee na hoofkalchaa! Kanas hamma naaf dandayametti guutuu taasisuunan guutee, irra bash-bash gochuun isiniif dhiyeessa. Garuu, yaa O
Tokkummaa akka sabaatti qabnuun gantoota maalin of keessaa buqqisna?
Marii kana keessatti Dr Dagafaa Abdiisaa MSG fi GS ABO duraanii akkasumas daarikteera fayyaa Hospitaala Leenca Gurraacha kan turan, J/ Ayyaanaa Goobanaa, ogeessaa diinagdee fi qondaala ABO fi Caalaa Hayiluu waloo fi barreessaa tahuun dhimmoota armaan gadii irratti dubbataan.1. Sochii QBO keessatti shoora Qeerroo fi gurmaayinsa Qeeroof gahee ABO2. Gabootaa yeroo yeroon QBO ganan sababa fi tokkumma
Yaada Kitaaba J/ Abbaa Caalaa Lataa irratti
Kitaaba kana baatii darben ( Fulbaana,2022) dubbisee fixe. Kitaabicha dubbisuu Jalqabnaan dhaabuun hin jiru waan taheef guyyaa lama keessattin xummure. Hunduu bitadhaa dibbbisaan jedha.Qabiyyeen Kitaaba Jaal Abbaa Caalaa kuni seen-gulummoo matayyaa isaanii :-a. Ijoollummaa- hanga barnoota jalqabaniib. Haalaa baruu fi barsiisuu fi didhaalee hanga barnoota xummuranitti arganc . Bara Yunibarsiitii tu
State terrorism (shororkeessummaa mootummaa): Dr. Dagafaan yaalii ajjeechaa irraa fayyanii dhugaa Oromoo dubbachaa jiru.
Qaroo fi gameessi QBO, kan saba Isaaniif jechaa wareegama hedduu kaffalan kan dhugaa saba Oromoof qofa jiraatan Jaal Dr. Dagafaa Abdiisaa Tuuchoo yaalii ajjeechaa murni Bilxiginnaa irratti aggaamte irraa fayyanii ammas sagalee saba isaanif tahaa jiru. Dr. Dagafaan waayee shororkeessummaa fi shororkessummaa mootummaan raawwatu (State terrorisma)irratti Jaal Ayyaanaa Goobanaa waliin marii godhan kan
Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti yaalame.
Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti yaalame.Send us Fan MailSupport the show
Argaa dhageettii Oromoo
Send us Fan MailSupport the show
Abiy fi Oromoo
Send us Fan MailSupport the show
Doorii Yaanaa: Weellisaa Keekiyyaa Badhaadhaa
Send us Fan MailSupport the show
Muuziqaa Oromoo Abdallaa Huseen, Saani Adiin Faaya
Send us Fan MailSupport the show
Walaloo dhumaatii uummata Oromoo Salaalee
Send us Fan MailSupport the show
Afaan Oromo INSTRUMENTAL MUSIC Collection
Send us Fan MailSupport the show
Certain essential qualities for a good writer
Send us Fan MailSupport the show
Yaadannoo weellistuu fi qabsooftuu Oromoo Halloo Dawwee
Send us Fan MailSupport the show
Recommended

Thrilling Threads - Conspiracy Theories, Strange Phenomena, True Crime, Unsolved Mysteries, etc!

The Daily Conspiracy Podcast

2819 Church

Markus Schulz presents Global DJ Broadcast

Bad Friends

The Bill Simmons Podcast

The Joe Rogan Experience

Psalms: The Ancient Songs

Culture & Christianity: The Allen Jackson Podcast

Commanding Morning

Stoic Minute

What Are Your Thoughts?